ማስታወቂያ

በ2012 መቱ ዩኒቨርሲቲ ለተመደባችሁ ተማሪዎች በሙሉ።
የ2012 የአዲስ ተማሪዎች ምዝገባ ጊዜ መስከረም 28-30 መሆኑን በመገናኛ ብዙሃን ማስታወቃችን ይታወሳል። ሆኖም ግን የሳይንስና ከፍተኛ ት/ት ሚ/ር የአዲስ ተማሪዎችን ድልደላ ሳያሳዉቅ በመቆየቱ የአዲስ ተመሪዎች የምዝገባ ጊዜን ወደ ጥቅምት 5-7: በቅጣት ጥቅምት 8 እና 10/2012 ያስተላለፍን መሆኑን እንገልፃለን።
የመቱ ዩኒቨርሲቲ ሬጅስትራር።

Beeksisa
Barattoota haaraa bara 2012 Yuunvarsiitii Mattuutti ramadamtan maraaf.
Guyyaan galmee barattoota haaraa kan bara 2012 Fulbaana 28-30tti ta'uu miidiyaadhaan beeksisuun keenya ni yaadatama. Haata'u malee, ministeerri saayinsii fi barnoota olaanaa ramaddii barattoota haaraa hin beeksisin waan tureef guyyaa galmee barattoota haaraa Onkoloolessa 5-7, adabbiidhaan onkoloolessa 8 fi 10/2012tti dabarsuu keenya isin beeksifna.
Rejistaraara Yuunvarsiitii Mattuu.