መቱ ዩኒቨርሲቲ በኮሮና ቫይረስ ወረርሽኝ ምክንያት አቋርጦ የነበረዉን የመማር ማስተማር ስራዉን በተማራቂ ተማሪዎች የቀጠለ ሲሆን በአሁኑ ሰዓት በ2012 ዓ.ም አንደኛ አመት ለነበሩ መደበኛ ተማሪዎች ጥሪ ማድረጉ አስፈላጊ ሆኖ ተገኝቶዋል፡፡ በዚህ መሰረት በ2012 ዓ.ም አንደኛ አመት መደበኛ የነበራችሁ እና ሁሉም የጤና ሳይንስ ኮሌጅ ተማሪዎች የመግቢያ ጊዜ ከታህሳስ 21-22/2013 ዓ.ም መሆኑን እያሳወቅን በ2012 ዓ.ም አንደኛ አመት የነበራችሁ ተማሪዎች ዩኒቨርስቲ እንደገቡ የሙያ መስክ ምርጫ መለያ ፈተና (Enterance Exam) የሚሰጥ ስለሆነ ከወዲሁ አስፈላጊዉን ዝግጅት እንድታደረጉ እያሳወቅን በወጣዉ መርሃ ግብር መሰረት ምዝገባ በማከናወን በት/ት ገበታችሁ ላይ እንድትገኙ ጥሪ እያቀረብን ሌሎች ተማሪዎች የምዝገባ ቀን ወደ ፊት በሌላ ማስታወቂያ እስክናሳዉቃችሁ ድረስ ባላችሁበት እንድትቆዩ እናሳስባለን፡፡

መቱ ዩኒቨርሲቲ ሬጅስትራር ዳይሬክቶሬት

      Beeksisa

Barattoota Yuunivarsiitii Mattuu Bara 2012 Waggaa 1ffaa Barachaa Turtaniifi Barattoota Kooleejii Saayinsii Fayyaa Ebbifamtoota hin Ta’iin Hundaaf

Akkuma beekamu Yuunivarsiitiin Mattuu sababa rakkoo tatamsa’iina Koronaa Vaayirasii(COVID-19)tiin barnoota addaan cite ture barattoota eebbifamuuf malan simatee barsiisaa jiraachuun isaa ni beekama. Amma immoo barattoota idilee bara darbe waggaa tokkoffaa barachaa turtan fi barattoota Koolejii Saayinsii Fayyaa eebbifamtoota hin ta’in hunda keessan waamuun barbaachiiseera.

Kanaafis yeroon galmee keessanii Mudde 21-22/ 2013 A.L.I (December 30-31/2020 G.C) akka ta’e isin beeksisaa barattootni bara 2012 waggaa 1ffaa barachaa turtan akkuma mooraa seentaniin qormaatni seensaa dippartimantii filattanii (Enterance Exam) waan kennamuuf gamanumaan qophii barbaachisaa akka gootan isin hubachiifna.

Hub.: Barattootni beeksisa kanaan hin waamamin gara fuulduratti beeksisa biraatiin kan ibsamu waan ta’eef haangasitti bakkuma jirtan akka turtan isin beeksifna.

Daayirektoreetii Rejistiraaraa Yuniversiitii Mattuu

To all 2012 E.C Mettu University first year students and all non-graduating class of Mettu University College of Health and Medicine Science students

===============================

Our University has been working to reopen the interrupted class following the pandemic prevention protocols set by Ministry of Science and Higher Education.

Accordingly, it has been decided that your registration dates for 2013E.C. academic year to be December 30-31 /2020. Therefore, you are expected to be physically present on the mentioned date for registration wearing mouth and face mask.

NB: all the 2012 first year students will take entrance exam for department selection immediately after registration. Therefore, we kindly inform you to make necessary preparations ahead. All the rest students should stay where you are till the next announcement.

Mettu University Registrar Directorate.

Post expires at 7:01pm on Thursday December 31st, 2020

Comments are closed, but trackbacks and pingbacks are open.