መቱ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎቹን አስመረቀ
ሀምሌ 13/2015 ዓ.ም (ህ.ው.ግ.ዳ)
መቱ ዩኒቨርሲቲ በተለያዩ ፕሮግራሞች ሲያስተማራቸዉ የቆየዉን ተማሪዎች በመጀመርያ ድግሪ ወ.347 ሴ.84 ድ. 431 በሁለተኛ ድግሪ ወ.174 ሴ. 42. ድ. 216 በአጠቃላይ ወ.521 ሴ.126 ድ. 647 ተማሪዎችን የዕለቱ የክብር እንግዳ ዶ/ር ዲማ ኖጎ በተገኙበት በታላቅ ድምቀት ለ10ኛ ጊዜ አስመርቋል። ተመራቂዎች÷ የተመራቂ ቤተሠቦች እንዲሁም መላዉ የዩኒቨርሲቲያችን ማህበረሰብ እንኳን ደስ አላችሁ። በተጨማሪም ዩኒቨርሲቲ በዋናዉ ጊቢ ያሰራዉን የአባ ገመቺስን ሀዉልት በዛሬዉ እለት አስመርቋል።
Yuunivarsiitiin Mattuu Barattoota Isaa Eebbisiise
Adooleessa 13/2015 (DQUA)
Yuunivarsiitiin Mattuu guyyaa har’aa marsaa 10ffaadhaaf barattoota sagantaalee adda addaatiin barsiisaa ture digirii jalqabaatiin dhi. 347 dub. 84 Id. 431 akkasumas digirii lammaffaatiin dhi. 174 dub. 42 Id. 216 walumaagalatti barattoota dhi. 521 dub. 126 id. 647 bakka keessummaan kabajaa Dr. Diimaa Noogoo argamanitti sirna ho’aadhaan eebbisiiseera. Eebbifamtoonni, maatiin eebbifamootaa akkasumas hawaasni Yuunivarsiitii keenyaa marti baga gammaddan. Dabalataanis Yuuniivarsiitich siidaa Abbaa Gammachiis mooraa haadhoo keessatti hojjachiisee guyyaa har’aa eebbisiiseera.

Comments are closed, but trackbacks and pingbacks are open.