በፀጥታ ችግር ምክንያት ለተፈናቀሉት ድጋፍ ተደረገ፡፡
ህዳር 01/2015 ዓ. ም (የህዝብና ውጭ ግንኙነት ዳይሬክቶሬት)
መቱ ዩኒቨርሲቲ ከኢትዮጵያ ቀይ መስቀል ማህበር ኢሉ አባቦር ቅርንጫፍ ጽ/ቤት ጋር በመተባበር በፀጥታ ችግር ምክንያት ከቤት ንብረታቸው ለተፈናቀሉ ሰዎች የሰብአዊ ድጋፍ አደረገ፡፡ የሰብአዊ ድጋፉ የተደረገላቸው በቅርቡ በዳሪሙ ወረዳ በፀጥታ ችግር ምክንያት ለተፈናቀሉ 230 ለሚሆኑ አባወራ ወገኖች ሲሆኑ በዚህ ድጋፍ የየቄ መስቀል ማህበር የተለያዩ የቤት ውስጥ ቁሳቁስ፣ ድንኳን፣ የወባ መከላከያ አጎበርና ሌሎች ቁሳቁሶች ሲሆን የመቱ ዩኒቨርሲቲም ዱቄትና የምግብ ዘይት ነቅ፡፡ በዚህ ድጋፍ ወቅት ያናገርናቸው ተጎጂዎች እንደተናገሩት ጎዳቱ ከፍተኛ ከመሆኑ የተነሳ ሁሉም ማህበረሰብ ክፍል ከጎናቸው እንዲቆም ተይቀዋል፡፡
Namoota sababa nageenyaan qabeenyi isaanii manaca’eef deggarsi godhamee.
Sadaasa 01/2015 (Daayirektoreetii Qunnamtii Uumataa fi Alaa)
Yuunivarsiitiin Mattuu Dhaabbata Fannoo Diimaa Damee Iluu Abbaa Boor waliin ta’uun namoota sababa nageenyaan qe’’ee fi qabeenya isaanii irraa bukka’anii deggarsa namoomaa taasisee. Deggarsichi kan taasifame namoota tibbana Aanaa Daarimuu keessatti sababa nageenyaan qe’ee fi qabeenya isaanii irraa bu’aaniif kan taasifame dha. Deggersa kanaanis Dhaabbata Fannoo Diimaa Damee Iluu Abbaa Boor deggarsa meeshaalee mana keessaa, duunkaana, agobarii ittisa bookee busaa fi kkf yommu ta’uu Yuunivarsiitin Mattuu immoo daakuu midhaan nyaataa fi zayita nyaataa deggersa godheera. Deggersi kunis namoota abbaa warraa 230 kan ta’aniif kan taasifamee. Namootni deggarsa kana argatan akka jedhanittis sababa rakkoo nageenyaa kanaan miidhaman guddaan kan irra gahee fi qe’ee fi qabeenya isaanii kan dura manca’ee fi yeroo ammaa kana buqqa’anii dararaa guddaa keessa kan jiraniif qaamni hawaasa hundi akka itti birmatu jedhaniiru.






Comments are closed, but trackbacks and pingbacks are open.