ማስታወቂያ
ሬጅስትራር ዳይሬክቶሬት
ሰኔ 15/2013 ዓ.ም
በመቱ ዩኒቨርሲቲ ለተመደባችሁ አዲስ ገቢ ተማሪዎች በሙሉ
2013 ዓ.ም ትምህርት ዘመን የመሰናዶ ትምህርታቸውን በማጠናቀቅ የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ፈተና አልፈው በተለያዩ ዩኒቨርሲቲ የተመደቡ ተማሪዎች ጥሪን በተመለከተ ሳይንስና ከፍተኛ ትምህርት ሚኒስቴር አቅጣጫ ማስቀመጡ ይታወቃል፡፡
በተቀመጠው አቅጣጫ መሰረት በ2013 ዓ.ም በመቱ ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ አዲስ ገቢ ተማሪዎች የምዝገባ ቀን ሰኔ 28-29/2013 ዓ.ም መሆኑን እያሳወቅን
ወደ ዩኒቨርሲቲ ስትመጡ
1. የ8ኛ ፤10ኛ እና የመሰናዶ ትምህርቻቸሁን ያጠናቀቃችሁበት ውጤት ዋናውና ፎቶ ኮፒ
2. ከ9ኛ -12ኛ ክፍል ትራንስክሪፕት ዋናውና ፎቶ ኮፒ
3. አንሶላ ፣ብርድ ልብስ የትራስ ልንብና የስፖርት ትጥቅ
4. ሰምንት 3×4 ጉርድ ፎቶ ግራፍ ይዛችሁ እንድትመጡ እናሳስባልን፡፡
ማሳሰቢያ፡
( 1. ለነባር ተማሪዎች የ2013 ዓ.ም የሁለተኛ መንፈቀ አመት የምዝገባ ቀን ሰኔ 21-22 ዓ.ም መሆኑን አውቃችሁ ሪፖርት እንዲታደርጉ
2.-በ2012 ዓ.ም 1ኛ ዓመት የነበራችሁና በህጋዊ መልኩ Withdraw ሞልታችሁ የወካችሁ ተማሪዎች ከአዲስ ቢ ተማሪዎች ጋር ሪፖርት እድታደርጉ እናሳስባለን
3. በ2013 ዓ.ም ሁለተኛ ዓመት የነበራችሁ በህጋዊ መልኩ Withdraw ሞልታችሁ የወጣችሁ ከአዲስ ገቢ ተማሪዎች ጋር ሪፖርት እንድታደርጉ ፡፡
4. coVID-19 መከላከል የሚችል ማስክ ይዛችሁ አንድትመጡ እናሳስባለን፡፡
5. ከላይ በተጠቀሰው ቀናት በፊትም ሆነ ዘግይቶ የሚመጣ ተማሪ ዩኒቨርሲቲው የማያስተናግድ መሆኑን እናሳውቃል፡፡
የመቱ ዩኒቨርሲቲ ሬጅስትራር ዳይሬክቶሬት
ለተጨማሪ መረጃ
Telegram Channel: https://t.me/mettuniversity

Beeksiisa
Waxabajjii 15/2013
Barattoota Haaraa Yuunivarsiitii Mattuuti Ramadamtan Hundaaf
Akkuma beekamu Bara 2013 A.L.H’tti barattootni barnoota sadarkaa lammaaffaa xumurtanii qabxii seensa Yuunivarsiitii argatanii Yuunivarsiitiilee garaagaraatti ramadamanii jiranuuf haala waamicha isaanii irratti Miniisteerri Saayinsii fi barnoota Olaanoo kallatti Yuunivarsiitiwwaniif kaa’ee irratti hundaa’uun:-
Barattootni haaraa Bara 2013 ‘ti Yuunivarsiitii Mattuuti Ramadamtan hundi Yeroon Galmee Waxabajjii 28-29/2013 tahu cimisinee beeksisaa, Barattootni haaraan yeroo gara Yuunivarsiitii dhuftan
1. Ragaa barnootaa kutaa8ffaa, 10ffaa fi 12ffaa jiru
Orijiinaalaa fi footoo koopii akka qabatan
2. Traanskriiptii Kutaa 9ffaa -12ffaa giddu jiru mara
Orijinaalaa fi footoo koopii
3. Uuffata akka aansoolaa, Tiraasii, Uuffata Qorraa fi
Uuffannaa Ispoortii
4. Suura xiqqaa (3×4) tahe baayina 8 akka qabatanii
dhuftan isin beeksiisna.
Huubachiisa
1. Barattootni bara bulleeyyiif galmeen Seemisteera
2 ffaa bara 2013 Waxabajjii 21-22/2013 waan
taheef yeroo jedhameetti galmee raawachu
qabdu.
2. Bara 2012’tti barattootni waggaa 1 ffaa turtaniifii
kara seera qabeessaan( withdraw) guutuun
barnoota addaan kutani warri baatan yeroon
galmee keessanii guyyaa galmee barattoota
haaraa waliin raawata.
3. Bara 2013 tti barattootni waggaa 2ffaa turtaniifi
kara seera qabeessaan( withdraw) guutuun
barnoota addaan kuttani warri baatan yeroon
galmee keessanii guyyaa galmee barattoota
haaraa waliin raawwata
4. Tattamsa’insa Vaayirasii Koronaa hirrisuuf akkaa
danda’amuutii barataan kamiyyuu haguuggi
Afaani fi Funyaanii qabatee dhufu qaba.
5. Guyyaa armaan Oliitti II bsameen ala barataan
dursees tahe barfatee dhufu akka hin
keesumeesinee isiin beeksiisfa.
Daayireektooreetii Reejistraaraa Yuunivarsiitii Mattuu
Odeeffannoo Dabalataaf
Telegram : https://t.me/mettuniversity

Comments are closed, but trackbacks and pingbacks are open.