ተማሪዎቻችን እንኳን ደህና መጣችሁ!
የአቅም ማሻሻያ ተጠቃሚ ተማሪዎች ወደ ግቢ በመግባት ላይ ይገኛሉ
========================================
መቱ ዩንቨርሲቲ ህዝብና ውጪ ግንኙነት ዳይሬክቶሬት (የካቲት 30/2015 ዓ.ም)
የትምህርት ሚኒስቴር በ2014 ዓ.ም የ12ኛ ከፍል ብሔራዊ ፈተና ወስደው ውጤታቸው ከግማሽ በታች የሆነባቸው ተማሪዎች በዩኒቨርሲቲ ገብተው የአቅም ማሻሻያ/Remedial/ተጠቀሚ እንዲሆኑ በወሰነው መሰረት ዩኒቨርሲቲያችን 1ሺህ 800 ተማሪዎችን በመቱ በዋናው ግቢ ፣እና በበደሌ ካምፓሶች በመቀበል ላይ ይገኛል፡፡
የእነዚህ ተማሪዎች የመጨረሻ መግቢያ ቀን ነገ በመጋቢት 1/2015 ዓ.ም እንደሚጠናቀቅ በማስታወቂያ መገለፁ ይታወቃል።
Baga Gara Yuunivarsiitii Mattuutti Nagaan Dhuftan!
Barattootni dandeetti Cimsachuuf gara Yuunivarsiitii Mattuutti ramadaman Sagantaan Simannaa taasifamaafii jira.
Daayireektooreetii Sab qunnamtii Ummataa fi Alaa (Guraandhala 30/2015)
Ministeersa barnootaatiin bara 2014 AL.I qorumsa biyyoolleessaa fudhatanii qabxii darbiinsaa walakkaa gadii barattoota galmeesisan Yuunivarsiitii galanii akka sagantaa barnoota dandeetti Cimsachuu (Remedial) fayyadaman carraa kennameen Yuunivarsiitii Mattuutti barattootni 1800 ol ta’an ramadamanii guyyaa harr’aa sagantaa simannaa ho’aa ta’ee taasifamaafii jira.
Sagantaa Simannaa kana irrattis hoganttootni olaanoo Yuunivarsiitiichaa, Abbootiin Gadaa, Abbootii Amantaa fi jarsooliin biyyaa argamuun barrattootaaf eergaa baga nagaan dhuftanii dabrsanii jiru.
Sagantaan simannaa kunis guyyaa borii kan itti fufu ta’u ni beekama.












Comments are closed, but trackbacks and pingbacks are open.