ለመቱ ዩኒቨርሲቲ የ 2012 ተመራቂ ተማሪዎች በሙሉ
በ ኮቪድ _19 ወረርሽኝ ምክንያት ተቋርጦ የነበረዉን ትምህርት መልሶ ለማስቀጠል ሳይንስና ከፍተኛ ት/ት ሚ/ር ባስቀመጠዉ አቅጣጫ መሠረት የመቱ ዩኒቨርሲቲ የ2012 ተመራቂ ተማሪዎች የምዝገባ ቀን ጥቅምት 30 እና ህዳር 1/2013 መሆኑን እና ትምህርት የሚጀመረዉ በ03/03/2013 መሆኑን እናሳዉቃለን።
Barattoota Yuunvarsiitii Mattuu bara 2012 eebbifamuu maltan maraaf:
Barnootni sababa weerara koronaan addaan citee ture deebi’ee akka itti fufuuf akkaataa kallattii ministeerrii Saayinsiifi Bar. Olaanaa kaa’een guyyaan galmee barattoota eebbifamtoota 2012 Yuunvarsiitii Mattuu Onkoloolessa 30fi Sadaasa 1/2013 tahuufi barnootni kan eegalu 03/03/2013 tahuu isin beeksifna.
To all Mettu University 2012 graduating class students:
Ministry of Science and Higher Education gave direction to reopen higher educational institutions interrupted due to COVID_19. Accordingly, this is to notify you that the registration date for Mettu University 2012 graduating class students will be october 30 and November 1/2013 E.C. Class will begin on 03/03/2013 E.C.

Comments are closed, but trackbacks and pingbacks are open.