ፕሬዝደንት ዶ/ር እንደገና አበበ የምስጋና መልዕክት አስተላለፉ
ሀምሌ 7/11/15 (ህ.ው.ግ.ዳ)
ከሰኔ 30/2015 ዓ. ም እስከ ሀምሌ 7/2015 ዓ.ም ሲሰጥ የቆየዉ የመዉጫ ፈተና ያለምንም እንከን በስኬት መጠናቀቁን አስመልክተዉ ለስኬቱ ጉልህ ሚና ሲጫወቱ ለነበሩ ለዩኒቨርሲቲዉ መምህራን÷ ለICT ሰራተኞች÷ ለላብ ቴክኒሽያን÷ ለግቢ ደንነትና ፀጥታ÷ ለፌደራል ፖሊስ አባላት÷ ባጠቃላይ ለመላዉ የዩኒቨርሲቲዉ ማህበረሰብ ልባዊ ምስጋና አቅርበዋል። ፕሬዝደንቱ አክለዉም ሀገራዊ ግዴታችንን በድል በመወጣታችን አኩርታችሁናል ካሉ በኋላ ከፊታችን ያለዉን የ2015 ዓ.ም የ12 ክፍል የከፍተኛ ት/ት መግቢያ ፈተናም እደተለመደዉ በስኬት እንድናጠናቅቅ ሁላችንም የየድርሻችንን እንወጣ በማለት መልዕክት አስተላልፈዋል።
We are dedicated to serve the community!
Pireezidaantiin Yuunivarsiitii Mattuu Ergaa Galateeffannaa Dabarsan
DQUA (Adooleessa 7/2015 A.L.I)
Qormaata bahiinsaa Waxabajjii 30/2015 hanga Adooleessa 7/2015tti kennamaa ture mudaa tokko male milkaa’inaan xumuramuu isaa ilaalchisee Pireezidaanti Indaganaa Abbabeen qooda fudhattoota milkaa’ina kanaaf gumaachan barsiisota, hojjattoota ICT, teekniishaanota, humna nageenyaa mooraa keenyaa, poolisii federaalaa, hawaasa Yuunivarsiitichaa maraaf galata guddaa dhiheessaniiru. Pireezidaanti Indaganaan itti dabaluun dirqama biyyattiin nutti kennite haalaan ba’achuu keenyaan nu boonsitaniittu erga jedhaniin booda qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 fuldura keenya jirus milkiin akka xumurruuf akkuma barame hundii keenya shoora nurraa eegamu haa taphannu jedhaniiru.

Comments are closed, but trackbacks and pingbacks are open.