መቱ ዩኒቨርሲቲ በመቱ ከተማ ለሚገኙ ኢርኮ የፀረ ኤድስ ማህበርና በቱሉቤ ቀበሌ ገበሬ ማህበር ለሚገኙ አዊ ጉዲና የአካል ጉዳተኞች የምግብ ግብዓት አደረገ፡፡
ዩኒቨርሲቲው ድጋፉን ያደረገው የኮሮና ቫይረስ ወረርሽኝን ምክንያት በማድረግ ነው፡፡ የተደረገው ድጋፍ በህብረተሰቡ ላይ እየደረሰ ያለውን የወረረሽኙን ተፅኖ ለመከላከል ነው፡፡ የተደረገውም ድጋፍ ሰባ አምስት ኩንታል የጤፍ ዱቄት ነው፡፡ ድጋፉም በቀጣይነት እንደሚቀጥል ለማወቅ ተችሏል፡፡

Yuunivarsiitiin Mattuu Waldaa Ittisa EEdsii Irkoo jedhamu kan magaalaa Mattuutti argamuu fi Waldaa Qaama Hir’eeyyii Hawwi Guddinaa jedham kan Ganda Qonnaan Bultootaa Tullubbeetti argamanii deggersa midhaan nyaataa taasisee.
Yuunivarsitichi deggersicha kan taasisee sababii tatamsa’ina Dhibee Koroonaatiin. Deggersichis kan godhamee miidhaa dhibeen kun hawaasa irraan gahuu dandamachuufii dha. Deggersi miidhaanii godhamu kunis daakuu Taafii kuntaala Torbaatamii Shan yommuu ta’uu gara fuulduraattis kan itti fufu ta’uun hubachuun danda’ameera.

Comments are closed, but trackbacks and pingbacks are open.