በመቱ ዩኒቨርሲቲ ትምህርታችሁን በክረምት መርሃ ግብር ስትከታተሉ የቆያችሁና በ2012 ዓ ም ክረምት መመረቅ የነበራችሁ በሙሉ በኮቪድ -19 ወረርሽኝ ምክንያት ሳትመረቁ መቅረታችሁ ይታወቃል። በመሆኑም በ2012 ዓ ም ትምህርታችሁን በክረምት መርሃ ግብር መጨረስ የነበረባችሁ ትምህርታችሁን መጨረስ እንድቻላችሁ ዩኒቨርሲቲ የገጽ ለገጽ ትምህርት ስላመቻቸላችሁ ከጥቅምት 16-21/2013 ዓ ም በዩኒቨርሲቲ ዋና ግቢ ተገኝታችሁ የገጽ ለገጽ ትምህርት እንድት ወስዱ እናሳውቃለን።
ማሳሰቢያ ማንኛውም ተማሪ ወደ ግቢ ስመጣ ማስክና ሳኒታይዘር ይዞ መገኘት አለበት።
የመቱ ዩኒቨርሲቲ ተከታታይና ርቀት ትምህርት ማስተባበሪያ ፅ/ቤት

Beeksisa Waamichaa
Yuunivarsiitii Mattuutti sagantaa Gannaan barnoota hordofaa warreen turtanii fi bara 2012 tti eebbifamuun kan isinirra jiru ture sababa COVID-19 tiin osoo hin eebbifamin hafuun keessan ni beekama. Waan kana ta’eef barumsa keessan ganna darbe fixuu warreen qabdan akka xumurtaniif Yuunivarsiitichi barumsa fuula fuulatti kennamu waan isiniif mijeesseef Onkololeessa 16-21/2013 ALH mooraa guddicha Yuunivarsiitii Mattuutti argamtanii barnoota keessan akka fudhattan isin beeksisna.

Kutaa Barnoota Fagoo fi Itti-fufiinsaa Yuunivarsiitii Mattuu

Post expires at 9:20pm on Saturday November 21st, 2020