ዩኒቨርሲቲው በራሱ ቤተ ሙከራ ያመረተውን ፈሳሽ የእጅ መታጠቢያ ሳሙና ለዩኒቨርሲቲው ማህበረሰብ ሰጠ፡፡የመቱ ዩኒቨርሲቲ የኮቭድ-19 በሽታ ወደ ሀገራችን መግባቱ ከተረጋገጠ ጊዜ ጀምሮ በሽታውን ለመከላከል ዘርፈ ብዙ ተግባራትን እያከናወነ መሆኑ ይታወቃል፡፡ ከነዚህ ተግባራት መካከልም ስለበሽታው በተለያዩ ጊዜያት ለማህበረሰቡ ግንዛቤ የማስጨበጥ ስራ መስራት፣ ለታማሚዎች የማቆያ ቦታ ማዘጋጀት፣ በመቱ ከተማና በበደሌ ከተማ እንዲሁም በመቱRead More →

Yuunivarsiitiin Mattuu duula Ashaaraa Magariisaa akka biyyaatti taasisamaa jiruu keessatti qooda isaa fudhachuun guyyaa har’aa marsaa jalqabaa hoogganoota ol-aanoo Yuunivarsiitichaa, Daayirektoroota, Diinota akkasumas hojeettoota Yuunivarsitichaa waliin duula kana irratti hirmaataniiru. Kanumaan walqabatee akka yuunivarsiitiiti marsaadhaan Goodina Iluu Abbaa Booriifi Buunnoo Beddellee keessatti biqiltuuwwan kuma 50,000 akka dhaabattu pirezidaantiin Yuunivarsiitiichaa Dr.Read More →