Waxabajjii,8/2012 Meeshaan Qorannoo Laabiraatoorii COVID19 Magaalaa Mattutti hojii eegaleera. Hooggansi olaanoon Godina Iluu Abbaa Boor bulchaa Godnichaa inj. Girmaa Raggaasaan fi Perezedaantiin Yuunivarsiitii Mattuu Dr Indegenaa Abbabaa durfamuu wiirtuu qorannichaa daawwachaataniiru. Meeshaan qorannoo namoota COVID19 shakkamanii Godina Iluu Abbaa Boor Hospitaala Riferaalaa Kaarlii Mattuutti tumsa Mootummaan taasiseen galee jira. HospitaalichattiRead More →