
Clean water facility was inaugurated
በ2014ዓ.ም የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ውጤት አስመዝግባችሁ በትምህርት ሚኒስቴር ወደ መቱ ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ ተማሪዎች የመግቢያ ጊዜ ግንቦት 3-4/2014 ዓ.ም መሆኑን አውቃችሁ በአካል በመቅረብ እንድትመዘገቡ እያሳሰብን ቀድሞም ሆነ ዘግይቶ የሚመጣ ተማሪ የማናስተናግድ መሆኑን እንገልፃለን፡፡
ማሳሰቢያ፡
1. የስማችሁ ቀዳሚ ፊደል A- D ለተፈጥሮ ሳይንስ ስትሪም እና A ለማህበራዊ ሳይንስ ስትሪም የሚጀምር ተማሪዎች ብቻ ምዝገባችሁ የሚሆነው በበደሌ ካምፓስ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡
ተማሪዎች ለምዝገባ ስትመጡ
2. ብርድ ልብስ፣ አንሶላና ትራስ ጨርቅ፣ የስፖርት ትጥቅ፣
3. ከ8-12ተኛ ክፍል ያሉ የት/ት ማስረጃዎች፤ የ10ኛና የ12ኛ ክፍል የማትሪክ ውጤት ኦሪጂናልና ኮፒ እንዲሁም
4. 4 ጉርድ የቅርብ ጊዜ ፎቶ ግራፍ ይዛችሁ ሪፖርት እንድታደርጉ እናሳስባለን፡፡
መቱ ዩኒቨርሲቲ ሬጅስተራር ዳይሬከክቶሬት
Beeksisa
Barattoonni bara 2014 qabxii seensa yuuniversiitii galmeessiftanii Ministeera Barnootaatiin Yuuniversiitii Mattuutti ramadamtan guyyaan galmee Caamsaa 3 – 4/2014 ta’uu beektanii qaamaan dhiyaattanii akka galmooftan isin beeksisaa barataa guyyaa heeramee dursee ykn dabarsee dhufu kan hin keessummeessine ta’u ibsina.
Hubachiisa:
1. Barattoonni maqaan keessan qubee jalqabaa A – D Istriimii Saayinsii Uumamaa fi qubee jalqabaa A Istiriimii Saayinsii Hawaasaa qofti galmeen keessan Kaampaasii Bedelleetti ta’uu isin beeksifna.
2. Barattoonni yeroo galmeef dhuftan:
- Uffata qorraa, ansoolaa fi aguuggii boraatii, uffata ispoortii,
- Ragaa barnootaa kutaa 8 – 12, qormaata (maatirikii) kutaa 10 fi 12 orijinaalii fi kooppii akkasumas
- suuraa mudhii olii 4 kan yeroo dhiyootti kaatan qabattanii akka dhiyaattan isin hubachiifna.
Daayirektooreetii Rejistiraaraa Yuunivarsiitii Mattuu
©copyright 2022 | Mettu University | Web Design by Daniel Teka